Janaraal Geetaachoo Guddinaa, Hogganaa Odeeffannoo RIB (Bitaa), Kumsaa Dirribaa ykn Jaal Marroo, Ajajaa Olaanaa WBO (Gidduu), Gammachuu Raggaasaa ykn Gammachuu Abboyyee, Ajajaa WBO Kibbaa (Mirga) ...
Finfinnee, Muddee 26/2023 – Naannoo Oromiyaa godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Kombolchaa ganda Barrootti haleellaa diroonii kaleessa Wiixata Muddee 25, 2023 ganama dallaa Waldaa Muluu Wangeelii ...
Finfinnee, Guraandhala 15/2025 – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa galmeen ABUT haqamuu akka danda’u akeekkachiisa kenne hordofee paartichi deebii Guraandhala 7, 2017 ALI kenneen, “beekamtiin ...
Finfinnee, Sadaasa 06/2024 – “Ciree fi laaqana osoo hin nyaatin oolee hojiidhaa yeroon bahu hiriirri geejjibaa dheeraatu na eega. Hanga tartiibni na qaqqabutti eeguun dirqama kooti. Nyaata malee ...
Please wait while your request is being verified ...
Finfinnee, Guraandhala 24/2025 – Naannawa Awaash Fantaalleetti ji’a darbe keessa gaaziin Miteenii gadi lakkifamuu isaa hordofee, taateen kun “dho’iinsa volkaanoo dhaqqabsiisu akka danda’u” ...
Finfinnee, Amajjii 04, 2024 – Lammiileen biyya alaa Itoophiyaa keessa jiraatan sanada jireenyaasaanii seera-qabeessa akka taasifatan tajaajjilli immigreeshiniifi lammummaa gaafate. Lammiilee biyya ...
Finfinnee, Amajjii 01, 2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) barri 2023 ummata Oromootiif baroota darban caalaa bara gidiraa, hidhaa, ajjeechaafi buqqaatii ture jedhe. ABOn ergaa baga bara haaraa 2024 ...
Finfinnee – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) gaaga’amni siyaasaa kaaba Itoophiyaatti ka’e Oromiyaatti babal’chuun nageenya naannichaa akka hin booressine “lammiilee fi qabsaa’onni” eegumsa akka taasisan ...
Finfinnee, Onkoloolessa 29/2024 – Buqqaatonni Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa fi Shawaa Lixaa irraa buqqa’anii Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Birhaanitti buufata buqqaatotaa Baaqeloo keessa ...
Finfinnee, Sadaasa 28, 2024 – Hir’ina boba’aa naannoo Amaaraa keessatti mudateen walqabatee qajeelfama baheen konkolaachiftoonni torbanitti altokko qofa boba’aa akka guuttatan qajeelfamni bahuu himame ...
一些您可能无法访问的结果已被隐去。
显示无法访问的结果